Jechoota Hayyoota Oromoo

free


not available



Appn kun Jechoota Hayyoota Oromoo of keessatti hammata. Jechoota hayyoota Oromoo gosoota heddu kan qabu yommuu ta'u, akkasumas hayyoota garagaraatiin kan dhiyaateedha. Isaan keessaa Hayyootni wareegana, dubartootni, dargaggootni fi ga'eessotni Jechamoota gargaraa kanneen quuqqaa sabaa, kaka'umsa, qabsoo, jaalala, gadda, jibbaa fiikkf ittiin ibasachuuf yaalan hedduutu tarreeffameera.